Vaayirasii Koronaa COVID-19
Marsariiti Magaalaa Minneapolis kan COVID-19
Afaan Oromoon gargaarsaa fi odeeffanno waa’ee COVID-19 argadhu.
Yoo marsariitii kana irraa fuulli ingliffaa kam iyyuu afaan Oromootti akka isinii hiikamu barbaaddan 311 (612-673-3000) Minneapolis ala bilbilaatii nama afaan Oromoo isinii hiiku gaafadha.
Kanaachii Google Translate gargaaramtanii hiikaa guutummaa marsaritii kanaa afaan Oromoon argachuu dandeessu. Maaloo Hubadhaa: Google Translate Google Inc dhaan barreeffamaa fi marsariitii bilisaan afaanota adda addaatti hiikuu kan tajaaajila kennuu dha. Odeeffannoo sirriitti Oromootti hinhiiku ta’a.
Afaan Oromoon gargaarsaa fi odeeffanno waa’ee COVID-19 argadhu.
Waamicha bilbilaa kan rakkoo, addumaan bilbila fayyaa kan sammuutiif deebii kenninu babal’isuudhaaf daandii haaraa qopheessaa jirra.
Filannoowwan Poolisii Deebiikennuuf
Hawaasa waliin walitti dhufeenyi Poolisii akka fooyya’uuf hojjechaa jirra. Dabalataanis, miseensota hawaasaa tajaajillu waliin amanamummaa qabnu guddisuu barbaanna.