Qophiiwwan nageenyaa
Netii Hojii Nageenyaa (Operation Safety Net)
Operation Safety Net was created by Minnesota law enforcement officials to ensure everyone can safely have their voices heard before, during and after the trial of former Minneapolis police officer Derek Chauvin.
'Operation Safety Net' kun kan inni qophaa'e yeroo qorannoo yakkaaajjeechaa kan Derek Chauvin aanga'oota seeraa Minnesota dursee, yeroo qorannoo geggeeffamaa turee fi isa booda namni hundinuu haala nageenyi isaa eegameen sagalee isaa dhageessisuu akka danda'uuf aanga'aa seera eegsisu kan Minnesotaatiin kan uumamee dha.
Ergama
- Akka seerichaatti Fooyya'iinsa yeroo Jalqabaa irratti mormii fi hiriira hamaa kan hin qabne tursuu fi eeguu.
- Jeeqamsa nama siivilii kan cimaa ta'e, gochaawwan dhiphisoo ta'an, miidhama qabeenyaa, balaa abiddaa akkasumas, ijaarsa gamoo mootummaa, dhaabbiilee daldala, fi bu'uurawwan misoomaa kanneen ta'an saamuu.
Dhaabbiilee hirmaannaa taasisan
- Waajjira Hennepin County Sheriff
- Metro Transit
- Dipaartmentii Poolisii Minneapolis
- Minnesota Department of Natural Resources
- Minnesota Homeland Security and Emergency Management
- Minnesota National Guard
- Minnesota State Patrol
- Waajjira Ramsey County Sheriff
- Dipaartmentii Poolisii Saint Paul