Cufamuu Karaawwanii
Cufamuu Karaa kan yeroo ammaa
- 'Sixth Street South' adda baba'ii Sadaffaa fi Afurafaa gidduutti cufamee jira(daandii konkolaataas ta'ee kan lukaa).
Yeroo ammaa karaawwan kan biroon banamoo ta'anii turu. Daandiiwwan cufaman kan biroon yoo jiraatanitti dursinee isin beeksifna. Qorannoon keenya nagumaan isaa kan eegame ta'uudhaan, kaayyoon keenya warra lukaan deeman, tiraafikaa fi dhiibbaa geejibuu hir'suuf.