Ilaalcha waliigalaa
Kaayyoon keenya:
- Gudina magaalattiif danqaawwaan qulleessuu
- Fooyya’iinsa poolisii gadi fagoo bu’uuressuu
Kaayyoo kana galmaan ga’uuf, poolisiiwwanii fi muuxannoowwan nuti qopheessinu:
- Itti gaafatamummaa cimsuu
- Walitti dhufeenya poolisii fi hawaasummaa fooyyessuu
- Haala danqaa guddinaa Isteetaa fooyyeessuuf shariikota keenya kanneen seera baasan waliin hojjechuu
Poolisiiwwanii fi muuxannoowwan haaraa uumuudhaaf, kan nuti hojjennu:
- Hawaasicha waliin
- Abukaatoo waliin
- Ogeessota waliin
Bara 2020 keessa fooyya’iinsa Dipaartimentii Poolisii Minneapolis (MPD) wajjin kan walqabate fooyya’iinsa hedduu geggeessanii jiru. Isaanis kan isaan of keessatti haammatan:
- Adeemsa namuusaa haaraa ta’e
- Poolisiiwwan haaraa kan kaameraa uffata irratti qabanii
- Ulaagaalee haarawaa kan fayyadama poolisii humnaa fi gabaasaa
- Ragaa barreeffamaa fi barbaacha kan beeksisaan alatti seenuu (no-knock)
Jijjirama dabalataa kan fooyya’insa poolisii waliin walqabatan:
- Ajaja Ittisa Dipaartmentii Mirga Dhala Namaa Minnesotaa
- Adeemsa Haqaa
- Fooyya’iinsa waggaa darbee